Gabaasaa addaa Hiriira Nagaa Hawaasa Oromoo MelbournePlay05:03photo taken on rallySBS Afaan OromooView Podcast SeriesGet the SBS Audio appOther ways to listenApple PodcastsYouTubeSpotifyDownload (4.62MB) Hawaasni Oromoo Melbourne Caamsaa 9 bara 2024 hiriira nagaa gaggeesseen, ajjeechaan akka dhaabbatu gaafate. Hiriirri kun ajjeechaan falmitoota mirga namoomaa siyaasaa akka dhaabbatu gaafateera. Namni siyaasaa obbo Battee Urgeessaa ganama mana jireenyaa isaanii irraa fuudhamanii daandii irratti du'aani isaanii argame.Tuqaalee IjooMirga namoomaaHaqa dhala namaaShareLatest podcast episodes#78 Waa'ee yeroo boqonnaa irraa dubbachuu(Med)Australia keessatti mana jireenyaa waliinii hubachuuGuyyaa Eebbaa Ijoollee Oromoof addatti qopheessuun maatii fi ijoolleef bu'aa qaba - obbo Aliyyee GalatooAbboottii Dachee Australiatiif Amajjii 26 jechuun maali?